OBN: Hoggansaa fi waraanni Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Eertiraa jiru gara biyyaa dhufuufi.

Hoggansaa fi waraanni Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Eertiraa jiru gara biyyaa dhufuufi. ========================== [OBN 03 13 2010] Jilichi obbo Daawud Ibsaatin kan duurfamu yammuu ta'u, Fulbaana 5,2011 ganama sa'aa 5:0tti gara biyyaa ni dhufu jedhameera. Jilli hoggansa addichaa duursee Finfinnee dhufe dhimmicharratti ibsa laachaa jira. Jiilli ABO mootummaa waliin mari’achuuf dhufe hojiisaa xumureera. Karaa nagaan … Continue reading OBN: Hoggansaa fi waraanni Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Eertiraa jiru gara biyyaa dhufuufi.

Yared Terfassa: TOWARDS UNDERSTANDING “OROMO FIRST!”

TOWARDS UNDERSTANDING “OROMO FIRST!” By: Yared Terfassa A twenty-seven-years-old repressive and backward regime in Ethiopia has just been sent to where it belongs – into the dust bin of history. The TPLF regime that has orchestrated the dislocation and dispossession, imprisonment, torture, mayhem, disappearance and death of Oromos has finally been decimated by an incessant, … Continue reading Yared Terfassa: TOWARDS UNDERSTANDING “OROMO FIRST!”

Obbo Baqqalaa T. Ayyaanaa: Seenaa Amboo (Kutaa 9ffaa fi isa xu,uraa)

Seenaa Amboo Kutaa 9ffa fi isa Xumuraa Barreessan Baqqalaa Tafarraa * Marsaa FaceBook obbo Tolcha Wegi irraa kan argame Yaada Xumura Jireenyi daandii dha.Utuma bu´iif bahiin jiraachuun beekamuu adeemsi jalqabama.Bakka hawwan gahuuf wabiin hinjiru. Inni jalqabe akka haallii fi dandeettiin isaa isaaf ehame irratti hundaayee waan jalqabu jalqaba. Yoo bakka gahuu hanqate dabareen kan dhaloota … Continue reading Obbo Baqqalaa T. Ayyaanaa: Seenaa Amboo (Kutaa 9ffaa fi isa xu,uraa)

Forbes Middle East: U.A.E Plans To Build Oil Pipeline Between Ethiopia And Eritrea

U.A.E Plans To Build Oil Pipeline Between Ethiopia And Eritrea 16-Aug-2018 Abisola Owolawi, Contributor Forbes Middle East Aerial view of Ethiopia's capital, Addis Ababa. Photo credit: Shutterstock The U.A.E. government has announced that it plans to build an on-shore crude oil pipeline, which will connect landlocked Ethiopia to Assab—Eritrea’s port city—in a bid to reconcile … Continue reading Forbes Middle East: U.A.E Plans To Build Oil Pipeline Between Ethiopia And Eritrea

HRW: Ethiopia Violence A Concern Despite Reform Promises

Ethiopia Violence A Concern Despite Reform Promises Government Should Address Killings in Somali and Oromia Regions Maria Burnett Director, East Africa and the Horn @MariaHRWAfrica Ethiopia’s new Prime Minister Abiy Ahmed has electrified his country with a range of reforms since he took office in April, including the release of hundreds of political prisoners. But … Continue reading HRW: Ethiopia Violence A Concern Despite Reform Promises

BBC: Addi Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen (ONLF) Dilbata 12, 2018 irraa eegalee waraana dhaabu beeksiseera.

Jilli Adda Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen biyya gale Image copyright ONLF Goodayyaa suuraa Jilli Adda Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen biyya gale Addi Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen (ONLF) Dilbata 12, 2018 irraa eegalee waraana dhaabu beeksiseera. Erga bara 1994 as Mootummaa Itoophiyaa waraanaa kan ture Addi Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen (ONLF) sochii waraanaas ta'e nageenyaan wal-qabatu mootummaa Itoophiyaa irratti fuulleffatu … Continue reading BBC: Addi Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen (ONLF) Dilbata 12, 2018 irraa eegalee waraana dhaabu beeksiseera.

VOA: Obboo Addunyaa Magarsaa ‘Abbaa Gurraachaa’ qabsoo Oromoo bara 1976f Suudanii qaban lafa jalatti hidhan, dhiyoollee Karchallee bahe

Obboo Addunyaa Magarsaa ‘Abbaa Gurraachaa’ qabsoo Oromoo bara 1976f Suudanii qaban lafa jalatti hidhan, dhiyoollee Karchallee bahe Hagayya 11, 2018 Soraa Halakee VOA Afaan Oromoo Obboo Addunyaa Magarsaa 'abbaa gurraachaa' bara 1976 asi hidhamumatti jira 'namoota dhiiga nuu lolaasan haa yaadannuu' WASHINGTON,DC —    ​Obboo Addunyaa ‘abbaa gurraachaa’ isaa ganna 23 rakkoo 'Oromootiif falmachuuf' miilota … Continue reading VOA: Obboo Addunyaa Magarsaa ‘Abbaa Gurraachaa’ qabsoo Oromoo bara 1976f Suudanii qaban lafa jalatti hidhan, dhiyoollee Karchallee bahe

Obbo Baqqalaa Tafarraa: Seenaa Amboo (Kutaa 7ffaa fi 8ffaa)

Seenaa Amboo ============ Barreessaan: Obbo Baqqalaa Tafarraa Kutaa 7ffaa ____________ Marsaa FaceBook obbo Tolcha Wegi irraa kan argame ______________ Hidhamuu Obbo Argawu Dhagahuu kiyya --------------------------------------------------------------- Ani gara baatii lamaa(2) Hidhaa mana Dargii tureen baatii Caamsaa keessa Poolis Xaabiyaa 1ffaatti ergame. Dhuma baatii Fulbaanaa bara 1978 guyyaa tokko poolisiin Karchallee hidhamtoota Polis Xaabiyaa 1ffaa jiraniif galaa … Continue reading Obbo Baqqalaa Tafarraa: Seenaa Amboo (Kutaa 7ffaa fi 8ffaa)

Waliigaltee ABO fi Mootummaa Itiyoophiyaa Gidduutti Mallatteessame Uummatni Akkamitti Ilaala?

Liinkii kanaa gadii tuqaatii caqasaa (BBC fi VOA Afaan Oromoo) BBC Afaan Oromoo Waliigalteen nageenyaa tibbana mootummaa fi Adda Bilisummaa Oromoo jidduutti taasifamee lammiileen Oromoo baqannaarra jiraniifi jiraattotaaf abdii guddaa umuu BBC'tti himan. https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-45125034 VOA Afaan Oromoo FINFINNEE —  Mootummaan Itiyoophiyaa fi Addi Bilisummaa Oromoo waliigaltee nageenyaa mallatteessanii jiran. Kaleessa, Hagayya 7 bara 2018 magaalaa … Continue reading Waliigaltee ABO fi Mootummaa Itiyoophiyaa Gidduutti Mallatteessame Uummatni Akkamitti Ilaala?

DW: Ethnic tensions continue to smolder in Somali region

Ethiopia: Ethnic tensions continue to smolder in Somali region Following ethnically motivated violence in the country's east, Ethiopia's new prime minister Abiy Ahmed wants to strengthen and stabilize the autonomous region — although the government has offered little response. Ethiopia's eastern region remains a hotbed of unrest. Last Saturday, mobs looted the property of ethnic minority … Continue reading DW: Ethnic tensions continue to smolder in Somali region

Aljazeera: Ethiopia signs deal with Oromo rebels to end hostilities

Ethiopia signs deal with Oromo rebels to end hostilities Agreement appears to be another step by Prime Minister Abiy Ahmed to improve the country's security. Ethiopia's Prime Minister Abiy Ahmed is also from the country's Oromia region [File: Tiksa Negeri/Reuters] Ethiopia's government has signed an agreement to end hostilities with the Oromo Liberation Front (OLF), … Continue reading Aljazeera: Ethiopia signs deal with Oromo rebels to end hostilities

Obbo Baqqalaa Tafarraa: Seenaa Amboo (Kutaa 5ffaa fi 6ffaa)

Seenaa Amboo ============ Kutaa 5ffaa _____________ Barreessaan obbo Baqqalaa Tafarraa * Marsaa FaceBook obbo Tolcha Wegi irraa kan argame Imala Koree Aadaa Oromoo Jibaatiif Maccaa --------------------------------------------------------------------- Imala Asallaa _______________ Agarsiifni Aadaa kun Ambootti aanee Asallatti gaggeeffame. "Guyyaa haftuun heerumtu galaanatu guuta" jedhama. Dhuma torbeerra (week-end) Asallatti agarsiifna jennee saganteeffanne. Akka sagantaa keenyaatti Waxabajji 28,1977 Asallatti … Continue reading Obbo Baqqalaa Tafarraa: Seenaa Amboo (Kutaa 5ffaa fi 6ffaa)

OLF / ABO: Ibsa Waloo Waliigalatee Mootummaa Itoophiyaa fi Adda Bilisummaa Oromoo

ODUU AMMEE: Ibsa Waloo Waliigalatee Mootummaa Itoophiyaa fi Adda Bilisummaa Oromoo   Jila Mootummaa Itoophiyaa Pireezdaantii Naannoo Oromiyaa Dr. Lammaa Magarsaan durfamuu fi Ministeerri Haajaa Alaa Itoophiyaa Dr. Warqinee Gabayyoo keessatti argamu, Jila ABO Hayyu-duree Adda Bilisummaa Oromoo Jaal Daawud Ibsaatin durfamu Jaal Ibsaa Nagawoo, Jaal Atoomsaa Kumsaa, Jaal Toleeraa Adabaa fi Jaal Gammachuu Ayyaanaa … Continue reading OLF / ABO: Ibsa Waloo Waliigalatee Mootummaa Itoophiyaa fi Adda Bilisummaa Oromoo

VOA: Mootummaan Itiyoophiyaa fi Addi Bilisummaa Oromoo walii-galtee nageenyaa tolfachuu isaanii Labsanii Jiran

Mootummaan Itiyoophiyaa fi Addi Bilisummaa Oromoo walii-galtee nageenyaa tolfachuu isaanii Labsanii Jiran VOA Afaan Oromoo Tujube Hora WASHINGTON, DC —  Jilli Mootummaa Itoophiyaa, Dr. Lammaa Magarsaan durfamuu fi ministarri dhimma-alaa Itiyoophiyaa Dr. Warqinee Gabayyoo keessatti argaman, jila ABO hayyu-duree dhaabichaa Obbo Daawud Ibsaan durfamu fi Obbo Ibsaa Nagawoo, Obbo Atoomsaa Kumsaa, Obbo Toleeraa Adabaa fi … Continue reading VOA: Mootummaan Itiyoophiyaa fi Addi Bilisummaa Oromoo walii-galtee nageenyaa tolfachuu isaanii Labsanii Jiran

The Reporter: GoE, OLF reach reconciliation agreement

GoE, OLF reach reconciliation agreement Politics GoE, OLF reach reconciliation agreement 7 August 2018 By Brook Abdu After a meeting that was held between the Oromo Liberation Front (OLF) and the Government of Ethiopia (GoE), an agreement has been reached today in Asmara, the capital of Eritrea, for the former to come to Ethiopia and … Continue reading The Reporter: GoE, OLF reach reconciliation agreement

Reuters: Ethiopian government signs deal with Oromo rebels to end hostilities

Ethiopian government signs deal with Oromo rebels to end hostilities Aaron Maasho Reuters ADDIS ABABA (Reuters) - Ethiopia’s government has signed an agreement to end hostilities with the Oromo Liberation Front, which it had previously declared a terrorist movement, state television reported on Tuesday. The deal appeared another step in a drive by Prime Minister … Continue reading Reuters: Ethiopian government signs deal with Oromo rebels to end hostilities

VOA: ABO FI Mootummaan Itiyoophiyaa Walii Galtee Araaraa Mallatteessan

ABO FI Mootummaan Itiyoophiyaa Walii Galtee Araaraa Mallatteessan VOA Afaan Oromoo WASHINGTON, DC —  Addi bilisummaa Oromoo fi Mootummaan Itiyoophiyaa marii araaraa guyyaa kaleessaa Asmaraa keessatti eegalan har’a xumuranii jiru. Marii sana irratti argamuuf prezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaan jillil hoogganamu gamasitti qajeelee jira. Mariin kun hafuura obbolummaa fi jaalalaan geggeessamee xumuramuu isaa gareen lamaan nuuf … Continue reading VOA: ABO FI Mootummaan Itiyoophiyaa Walii Galtee Araaraa Mallatteessan

VOA: Jiilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaan fi Ministeera Dhimma Alaa Dr Warqineh Gabayyoon durfamu, jila Adda Bilisummaa Oromoo Obbo Daawud Ibsaan hoogganamu wajjiin walga’anii mari’achuuf har’a Asmaraatti imalanii jiran

Jiilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaan fi Ministeera Dhimma Alaa Dr Warqineh Gabayyoon durfamu, jila Adda Bilisummaa Oromoo Obbo Daawud Ibsaan hoogganamu wajjiin walga’anii mari’achuuf har’a Asmaraatti imalanii jiran Namoo Daandii Obboo Lammaa Magarsaa WAASHINGITAN, DIISII —    Jiilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaan fi Ministeera Dhimma Alaa Dr Warqineh Gabayyoon … Continue reading VOA: Jiilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaan fi Ministeera Dhimma Alaa Dr Warqineh Gabayyoon durfamu, jila Adda Bilisummaa Oromoo Obbo Daawud Ibsaan hoogganamu wajjiin walga’anii mari’achuuf har’a Asmaraatti imalanii jiran

BBC: Abdii Mohaammad Umar aangoo irraa bu’an

Abdii Mohaammad Umar aangoo irraa bu'an Abdii Mohaammad Umar aangoo irraa bu'an. Pirezidantiin mootummaa naannoo Somaalee Abdii Mohaammad Umar aangoo irraa ka'uu isaanii itti gaafatamaan kominikeeshinii naannichaa Idiriis Ismaa'eel BBC tti himaniiru. Raayyaan ittisa biyyaa naannoo Somaalee akka galan ajajame. 'Rakkoo daangaa Oromiyaafi Somaaleen waggaatti namoonni 700 ol ajjeefaman' Qondaalli Ahimad Abdii Mohammad jedhaman isaaniin … Continue reading BBC: Abdii Mohaammad Umar aangoo irraa bu’an

African Rights Monitor / UNPO: African Rights Monitor Call on Ethiopia’s New Prime Minister After Military Intervention in Western Somali Region

Aug 06, 2018 Ogaden: African Rights Monitor Call on Ethiopia’s New Prime Minister After Military Intervention in Western Somali Region On 4 August 2018, the Ethiopian army launched a military intervention in Jijiga, thereby violating the principle of self-determination of the Ogaden Somali region. After decades of Ethiopian rule over the Western Somali region and … Continue reading African Rights Monitor / UNPO: African Rights Monitor Call on Ethiopia’s New Prime Minister After Military Intervention in Western Somali Region