Konya ABO Switzerland: Waamicha Kabaja Yaadannoo Guyyaa Gootota Oromoo

Waamicha Kabaja Yaadannoo

Guyyaa Gootota Oromoo

Konyaan ABO Switzerland Ayyaana Yaadannoo Guyyaa Gootootaa Oromoo Sababeeffachu dhaan Miseensota ABO konya Switzerland fi Hawaasaa Oromoo biyya Switzerland jiraatan maraaf waamicha godha.

Uummatni oromoo fi qabsaawati ABO Gootota oromoo kanneen bilisummaa saba isaaniif jecha osoo qabsoo godhanii dirree falmaa mana hidhaa fi haala adda addaa keessatti lubbuun isaanii darbe wagga waggaan Ebila 15 yaadatamee oola.

Kanafu guyyaan seenaa qabeessaa fi kabajaamma kun guyyaa jaallawwan keenya kufan itti yaadannu nutsi Miseensoonni ABO konya Switzerland keessa jirru bakka jirruutti walitti dhufne gaafa guyyaa 04.05.2019 Saa’a 11:00 -18:00 magaalaa guddittii Bern, Europaplatz 1 (Haus der Religionen), 3008 Bern itti kabajannee ooluuf qophii isaa xumurane jira. kanafuu Gafaa guyyaa kana Hawaasni keenya nannoo kana jirtan hundu akka irraa qodha fudhatan wamicha kabajaa isiin goanna! Galatooma.

Injifannoo Ummata Oromoof!
Qabsawaan ni kufa Qabsoon itti fufa!

KHQ Konyaa ABO Switzerland

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s