BBC: Abdii Mohaammad Umar aangoo irraa bu’an

Abdii Mohaammad Umar aangoo irraa bu’an

Abdii Mohaammad Umaar

Abdii Mohaammad Umar aangoo irraa bu’an.

Pirezidantiin mootummaa naannoo Somaalee Abdii Mohaammad Umar aangoo irraa ka’uu isaanii itti gaafatamaan kominikeeshinii naannichaa Idiriis Ismaa’eel BBC tti himaniiru.

Qondaalli Ahimad Abdii Mohammad jedhaman isaaniin bakka bu’uun pireezidantii naannichaa tahuun muudamaniirus jedhaniiru.

Rakkoo nageenyaa Sambata darbee qabee uumameen raayyaan ittisa biyyaa fi poolisiin federaalaa gara naannichaa deemuun akkaa nagaa eegsisu ajajamuunsaa sa’aa muraasa dura himameera.

Pireezidantiin mootummaa naannoo Somaalee aangoo isaanii kan gadhiisan fedhiin yookiin dirqamaan akka tahe waanti barame hin jiru.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s