Brief eines Teams von Flüchtlingshelfern in Deutschland an Premierminister Abiy Ahmed

Brief eines Teams von Flüchtlingshelfern in Deutschland an Premierminister Abiy Ahmed

Logo

Sehr verehrter Premierminister Dr. Abiy Ahmed,

wir sind ein Team von Flüchtlingshelfern in Deutschland. Wir unterstützen teilweise seit vielen Jahren äthiopische Geflüchtete. Wir sehen, dass Sie, als Premierminister, versuchen einen Wandel einzuleiten. Darum wenden wir uns in einem wichtigen Appell an Sie. Er liegt uns am Herzen.

Wir kennen von unseren äthiopischen Freunden ihre persönlichen Geschichten und Fluchtgründe. Diese Fluchtgründe sind Ihnen auch hinreichend bekannt. Sie kennen die Probleme Ihres Landes besser noch als wir.

Diese Menschen sind alle über den lange schweren Weg des Sudan und Libyen gekommen. Viele haben auf den Weg dahin schon in der Wüste das Leben gelassen. Uns wurde immer erzählt, wie schlimm alleine dieser Weg gewesen ist. Sie sagen uns, Libyen war die Hölle. Dort wurden die meisten verhaftet und unter grausamsten Bedingungen wie Tiere gehalten. Andere sogar versklavt und das im 21. Jahrhundert. Die Frauen mussten immer befürchten Opfer von Vergewaltigungen zu werden. Jeder sagte, zu Tieren ist man besser als zu uns gewesen dort.

Wenn Sie dann dies hinter sich gelassen haben wurde der Weg über das Mittelmeer zur nächsten Hölle. Auf den Booten herrschten schlimmste Bedingungen und es wurden wieder Leben dort gelassen. Auf den Booten sind Menschen gestorben sind viele gestorben oder es sind ganze auch Boote untergegangen mit vielen Menschen untergegangen. Ein war ein Weg voller Traumatisierung und Elend.

  1. Ein Weg des Verlustes an jeder Menschenwürde.
  2. Ein Verlust an allen Dingen die Sicherheit schaffen.
  3. Ein Verlust an Eigentum und Freunden.
  4. Ein Verlust an Familien, Frauen und Kindern.

Sie selber wissen am besten, wie ihr Land in den letzten Jahren für viele Mitmenschen gewesen ist. Es gab keine Pressefreiheit , keinen fairen Gerichtsprozesse, keine Standard für Gefängnisse, Folterungen als Alltag. Massenhafte Verhaftungen, Verlust von Land und Eigentum als gelebter Alltag. Dies alles ist unseren neuen Mitbürgern passiert. Wir kennen viele unterschiedliche Erzählungen und Schicksale. Es gibt viele die Ihre ganze Existenz verloren haben. Geschäfte wurden behördlich geschlossen, Eigentum, wie Land, zwangsenteignet. Gute Leben wurden einfach komplett zerstört in dieser Zeit. Sie haben wirklich alles verloren. Dies hat uns alle zutiefst berührt. So sehr, dass wir alle trotz eigener Arbeit, einen sehr großen Teil unserer Zeit unseren neuen Brüdern und Schwestern aus Äthiopien widmen. Wir machen das, weil wir ihnen eine Chance auf ein gutes Leben, wie unseres, geben möchten.

Nun gibt es von der EU und Deutschland einen Plan ein Abschiebeabkommen mit ihrem Land zu unterzeichnen. Wir bitten Sie sehr – unterzeichnen sie keines. Weder mit der EU noch mit Deutschland. Alleine der Plan lässt unsere Brüder und Schwestern nicht mehr schlafen. Uns selber berühren diese Ängste zutiefst. Nach allem was Ihnen dort widerfahren ist, dann die Flucht und dann das ankommen hier. Viele sind nun schon Jahre hier und sind gut integriert und haben sich ein Leben aufgebaut. Sie haben schon lange keinen Kontakt mehr zu Ihren Familien, oder Sie haben diese Familien ganz verloren. Eine zwanghafte Rückführung (es ist nichts anderes) würde dramatische Folgen für sie haben. Alleine der Gedanke daran, lässt viele verzweifeln. Sie sehen für sich dort nur eine unsichere Zukunft. Sie befürchten, dass sie erneuten Repressalien ausgesetzt werden! Sie haben Angst wieder in ein Gefängnis zu kommen! Auch die Grundlage menschlicheneiner menschenwürdigen Existenz fehlt gänzlich! Eine Rückkehr sollte aus humanitären Gründen nur freiwillig geschehen. Niemals anders.

Uns liegen Informationen vor, dass es zu einer Ausstellung von Laissez-Passer Dokumenten gekommen. Bisher gab es noch keine Deportation, doch dies kann jederzeit passieren. Bitte helfen Sie uns dabei den Frieden in den Herzen dieser Menschen wieder herzustellen, sie haben es alle verdient! Wir werden täglich von vielen kontaktiert und sie sind wirklich verzweifelt aus Angst zurück zu müssen.

Dabei ist es für unser Land Deutschland eine verschwindend kleine Gruppe, äthiopische Flüchtlinge machen noch nicht mal 1% der gesamten Flüchtlingszahlen (2017 Gesamt in Deutschland 222.863 Anträge, davon 1.817 aus Äthiopien) aus. Außerdem ist die Anerkennungsquote (21,7 %) als Flüchtling unverständlicherweise für Äthiopien sehr gering.

Bitte unterstützen Sie uns hier:

  1. Bitte unterzeichnen Sie keine Verträge zur Zwangsdeportationen mit Deutschland!
  2. Machen sie keine Deals mit Europa die an diese unmenschlichen Deportationen geknüpft sind.
  3. Handeln Sie menschlich mit Mitgefühl im Interesse Ihrer Brüder und Schwestern hier bei uns.
  4. Eine unfreiwillige Rückführung wäre unmenschlich und zutiefst grausam.

 

Kabajamoo Mummicha ministeera Dr. Abiy Ahmed

Nuti biyya Jarmanii kessatti garee baqattoota gargaaran kessaa isa tokko dha. kessattuu baqattoota Itiyophiyaa haala adda ta’een kan gargaarruu yeroo ta’u, gariin keenya bara dheeraaf itti jirra. Yeroo ammaatti isin jijjiirama gochuudhaaf hojjataa akka jirtanu arguutti jirra. Kanaafuu iyyata hatattamaa fi baayyee barbaachisaa ta’e kana ifatti isinitti erguudhaaf murteessine. Wanti kunis onneerraa kan madde dha.

Sababa baqatummaa hiriyoota keenya lammiilee Itiyophiyaa ta’an seenaa dhunfaa isaan nutti himanirraa beekna. Isinillee rakkoolee biyya keessanii nu caalaatti beektu waan ta’eef sababa baqaa halaan beektu jenneeti yaadna.

Namootiin kun karaa ulfaataa fi dheeraa Sudanii fi Libiyaa kessa darbanii dhufan. Namootni hedduun lubbuu isaanii karuuma kanarratti dhaban. Karaan kun hamaa ta’usaa yerooma hunda dhageenya. Libiyaa kessatti jireenya azaabaa akka ture nutti himan. Hedduun isaanii achitti hidhamanii haala sukkannessaa ta’een akka horiitti qabamaa turan.Tokko tokkommoo jaarraa 21ffaa keessatti Garba taasiifamaa turan. Dubartonni sodaa yoom gudeedamnaa kessa dabarsaa turan. Kan as qaqqaban hundi horii gaditti akka jiraataa turan nutti himan.

Ergammoo kana kessa dabarfatan booda azaaba galanaatu isaan eega ture. Doonii irratti haala sukkaneessaa ta’een waan fe’amaniif namoota hedduutu achumarratti lubbuu isaanii dhaban. Doonii irratti du’ama ykn doniitu galaanaan liqiimfamaa ture.

  1. Karaan kun dhibee Sammuu fi rakkoo cimaadhaaf isaan saaxilee.
  2. Karaa namonni nama ta’uu isaanii itti dhaban Kan haala kamiinuu tiikfama hinargatin
  3. Kan namonni Qabeenyaa fi hiriyoota isaanii itti dhaban
  4. Kan namonni maatii, dubartootaa fi ilmaan isaanii itti dhabaa turanii dha.

Biyyi kessan waggootii darban kessatti lammi ofii heddurratti maal akka gochaa turte isin caalaatti namni beeku hinjiru. Preesiin ykn Dhaabatni midiyaa walabaan socho’uu dhorkamuun, adeemsi seeraa fi mana murtii qajeelaan ademsifamuu dhiisuun, manneen sirreessaa standard isaa eeggate dhabamuun, Gidiraa fi Reebichi baayyachuun, namoota jimlaadhaan hidhuun, akkasumas lafaa fi qabeenya isaaaniirraa buqqaasuun kun hundi wanta baqattoota kanarra gahe dha. Himannaa fi rakkoolee adda addaa dhageenyeerra. Namootni qabeenyaa isaanii guutummaatti dhabanii dhufan baayyeetu jiru. Daldalli isaanii kan duraa cufamees hedduu dha. Walumaagalatti jireenyi isaanii diigamnaan biyya ofii dhiisanii deeman. Kuni baayyee nugaddisiisa. Kanaafuu otuma hojii mataa ofii qabaannuu dabalataan yeroo keenya irra guddaasaa obboleewwanii fi obboleettiiwwan keenya harawa gargaaruu irratti oolchuuf murteessine. Sababaan nuti kana gooneefis jireenya nuti jiraannu isaanillee akka jiraatanu carraa akka ragatanuuf jenneeti.

Yeroo ammaatti Gamtaan Awrooppaa fi Jarmaniin baqattoota gaaffiin koluugaltummaa isaanii sadarkaa hundarratti fudhatama dhabe motummaa Itiyophiyaa wajjin waliigaltee umuudhaan gara biyyaatti dirqamaan deebisuuf yaalii goochuu akka barbaadanu beekamaa dha. Kanaafu amaanaan keenya inni duraa gama keessaniin waliigaltee akkasii kana Gamtaa Awroppaas waliinis ta’e Jarmanii waliin akka hinmallatteessine isin gaafanna. Karoorri kun mataansaatu obbolewwan fi obboleettiwwan keenya hirriba dhorkaa jira. Sodaan isaan qaban kunis sirriitti nutti dhagahama. Jireenyaa fi karaa sana hunda kessa dabarfatanii kaanaan yeroo as qaqqabanu halli jiruu ulfaataa ta’uun isaa hamilee namaa tuqa. Hedduun isaanii waggootii baayyee waan as turaniif biyya kanaan walsimataniiru ykn integrate ta’anii jireenya ofii ummaniiru. Gariin isaanii maatii biyya jiraatanu waliin walqunnamtii hinqabanu, yookinimmoo jidduu kanatti maatii ofii dhabaniiru. Namoota dhimmi isaanii bakka hundatti kufe dirqiidhaan deebiifna jechuun rakkoo cimaa isaanirraan gahuu jechuu dha. Sodaan biyyatti nadeebisu jedhu mataansaa rakkoo sammuu irraan gahaa jira. Jireenyi biyya isaanii diigamnaan as dhufan. Ammammoo jireenya asitti ijaaran diiganii deeb’iuun wanta ilmi namaa yaaduu qabu miti. Kanaafu fedhii isaanii male dirqiidhaan biyyatti deebisuuf waliigaltee bifa kamiinu akka hingoone cimsinee isin gaafannas, isin hubachiifnas. Namni tokko biyya ofiitti galuun yo barbaachise fedhii isaa qofarratti hundaa’uu qaba.

Odeeffannoon nuqaqqabe akka addeessutti ”Laissez-Passer” akka kennamuun eegalame/jalqabame beekameera. Hata’u male hanga ammaatti namni deebifame hinjiru. Garuummoo baqattoota dhimmi isaanii mana murtii hundarratti kufe sa’atii kamuu deebisuun jalqabuu mala kan jedhu sodaatu jira. Ammas irra deebinee lammiileen keessan jireenya sodaa kessaa bahuudhaan jireenya dhugaa akka jiraatanu gahee kessan akka taphattanu isin gaafanna. Waliigalteen kun hingodhamu taanaan Motummoonni Awroppaa baqattootaaf asumatti haala jireenya isaanii mijeessuufii mala carraa biraa hinqaban.

Kanimmoo nama ajaa’ibsiisu Baqatoonni biyya Itiyophiyaarraa dhufanii Jarmaniitti argamanu baqattoota biyya hundumaa kessaa 1% gadiitti lakkaawamu. Bara 2017 Baqattoota 222.863 tu gara biyya Jarmanii dhufanii koluugaltummaa gaafatan. Isaan kessaa lakkoofsi baqattoota Itiyophiyaa 1.817 qofa yeroo ta’u kanuuma kessaammoo fudhatama kan argatan 21,7% qofa. Itiyophiyaadhaaf kootaan kun baayyee xiqqaa dha.

Dhumarrattis qabxilee kanaa gadiirratti akka nugargaartanu isin gaafanna.

  1. Waliigaltee baqattoota dirqamaan deebisuu akka hingoone/hinmallatteessine
  2. Fayidaa argachudhaan ykn maallaqa fudhachuudhaan lammiilee keessan horiidhaan akka hinjijjiirre
  3. Fedhii obboleewwanii fi obboleettiwwan keesanii hubannoo kessa galchuudhaan bira/cinaa akka dhaabbattan
  4. Namni tokko gara biyya isaatti galuudhaaf fedhasaarratti akka hundaa’u akka nuuf taasiiftan

 

የተከበሩ ጠቅላይ ሚንስቴር / አቢይ አህመድ

እኛ በጀርመን ሃገር የምንኖር ስደተኞችን የምንረዳ አንድ ቡድን ነን። በተለየ ሁኔታ ደግሞ ኢትዮጵያውያን ስደተኞችን የምንረዳ ሲሆን ከፊሎቻችንም ለረጅም ግዜያት በዚሁ ስራ ላይ እንገኛለን። እርስዎ ባሁን ሰአት መሰረታዊ ለውጥ ለማምጣት እየሰሩ እንደሆነ እያየን ነው። ለዚህም ነው ይህንን በጣም ኣስቸኯይና ወሳኝ ጥያቄ በይፋ ልናቀርብሎት የወደድነው። ጉዳዩም ከልብ የመነጨ ነው።

የስደት ምክንያቶች ምን እንደሆኑ የግል ታሪኮቻቸውን ካጫወቱን ኢትዮጵያውያን ጏደኞቻችን እናውቃለን። እርስዎም ሰዎች ለምን እንደሚሰደዱ በሚገባ ያውቃሉ። የሃገርዎን ችግሮች ከኛ በላይ ያውቃሉና።

እነዚህ ሰዎች በጣም ኣስቸጋሪውንና ረጅሙን የሱዳንና ሊቢያ በረሃ አቇርጠው ነው የመጡት። ብዙዎቹም እዚያው ህይወታቸውን አጥተዋል።ይህ መንገድ አስከፊ እንደሆነ በተደጋጋሚ እንሰማለን። የሊቢያ ህይወት ገሃነም እንደነበረ ነው የሚነግሩን።አብዛኞቹ በጣም መጥፎ በሆነ ሁኔታ እንደ እንስሳ እንደተያዙ ይነግሩናል። አንዳንዶቹ ደግሞ በ21ኛው ክፍለዘመን ባርያ ሲደረጉ ነበር። ሴቶች ከዛሬ ነገ እንደፈራለን በሚል ስጋት ውስጥ ነው ያሳለፉት። እዚህ የደረሱት በሙሉ ከእንስሳ በታች ሲታዩ እንደነበር ነው የነገሩን። ይህንን ካለፉ በኃላ የሚጠብቃቸው የባህር ላይ ስቃይ ነው።

  1. በጣም አስከፊ በሆነ ሁኔታ ጀልባ ላይ ስለሚጭኗቸው እዚያም ብዙዎቹ ህይወታቸውን አጥተዋል።
  2. ሰዎች በጀልባው ላይ ስቃይ አሊያም ጀልባው ራሱ ሰምጦ ሲሞቱ ነበር
  3. ለአእምሮ መጎዳትና የከፋ ስቃይ የሚዳርግ ሁኔታ ነው የነበረው።
  4. ሰዎች ሰብአዊነታቸውን ያጡበት መንገድ በየትኛውም ቅድመ ሁኔታ ደህንነታቸው የማይጠበቅበት ንብረታቸውንና ጏደኞቻቸውን ያጡበት ቤተሰቦቻቸውን ሴቶቻቸውንና ልጆቻቸውን ያጡበት መንገድ ነበር::

ሀገርዎ ባለፉት አመታት በብዙ ዜጎቿ ላይ ምን ስታደርስ እንደነበር ከርስዎ በላይ የሚያውቅ ሰው የለም። ነጻ ፕሬስ አለመኖሩ፣ ፍትሃዊ የፍርድ አካሄድ መታጣቱ፣ ስታንዳርዱን የጠበቀ እስር ቤት መጥፋቱ፣ ስቃይና ዱላ መብዛቱ፣ የጅምላ እስር፣ እንዲሁም ከንብረቶቻቸውና ቄዬአቸው መፈናቀል የደረሰባቸው ስደተኞች ናቸው እዚህ የመጡት። የተለያዩ አይነት የህይወት ታሪኮችን ሰምተናል። ይዞታቸውን ሙሉ በሙሉ ኣጥተው የመጡ ኣሉ። ንግዶቻቸውም የተዘጋባቸው ብዙ ናቸው። ባጠቃላይ ያላቸውን ነገር ሁሉ በማጣት ነው ሃገራቸውን ለቀው የወጡት። ይህ በጣም ያሳዝነናል። ለዚህም ነው የራሳችን የሆነ ስራ እያለን ኣብዛኛው ግዜያችንን አዲስ ለመጡ ወንድሞቻችንና እህቶቻችን ለመስጠት የወሰነው። ይህንን የምናደርገውም እኛ የምንኖረውን ህይወት የመኖር እድል እንዲያገኙ ነው።

በአሁኑ ወቅት የአውሮፓ ህብረትና ጀርመን የጥገኝነት ጥያቄያቸው በሁሉም እርከን ተቀባይነት ያጡትን ስደተኞች ከኢትዮጵያ መንግስት ጋር በመዋዋል ወደ ሃገራቸው ለመመለስ እንሞክራለን የሚል እቅድ እንዳላቸው ይታወቃል። እኛም በአክብሮት የምንጠይቆት ትልቁ ነገር እንዲህ አይነቱን ስምምነት ከኣውሮፓ ህብረትም ሆነ ከጀርመን ጋር እንዳይፈራረሙ የሚል ኣደራ ነው። ፍላጎቱ መኖሩ በራሱ ወንድሞቻችንና እህቶቻችንን እንቅልፍ ኣሳጥቷቸዋል።እኛም የነርሱ ስጋት በጥልቀት ይሰማናል። ያንን ህይወትና የስቃይ መንገድ ካዩ በጏላ እዚህ ሲደርሱ ሁሉም ነገር ከባድና ተስፋ አስቆራጭ መሆኑ በጣም ያሳዝናል። ብዙዎቻቸው እዚህ ሃገር አመታት ስለቆዩ ከሃገሩ ጋር ተላምደዋል ወይም ኢንቲግሬት ኣድረገው አዲስ ህይወት መስርተዋል። ኣንዳንዶቹ ሃገር ቤት ካለ ዘመድ ጋር ረጅም ጊዜ አልተገናኙም ወይም በዚህ መሃል ኣጥተዋቸዋል። ጉዳያቸው በሁሉም እርከን ተቀባይነት ያላገኙ ስደተኞችን ወደ ሃገር ቤት መመለስ ማለት በጣም ለከፋ ችግር ማጋለጥ ማለት ነው። ወደ ሃገር ቤት ይመልሱኛል የሚለው ፍርሃት በራሱ ትልቅ የአእምሮ መረበሽ ፈጥሮባቸዋል። የሃገር ቤቱን ህይወት ኣጥተው ከመጡ በጏላ እንደገና እዚህ የገነቡትን ህይወት ማጣት ማለት ሊታሰብ የማይገባው ነው።ለዚህም ነው በግዳጅ ወደ ሃገር ቤት እንዲመለሱ የሚያደርገውን ውል እንዳይፈራረሙ በአክብሮት የምንጠይቆትም ሆነ የምናሳስቦት።አንድ ሰው ወደ ሃገር ቤት መመለስ ካለበት በፍላጎት ላይ የተመሰረተ ብቻ ነው መሆን ያለበት።

በደረሰን መረጃ መሰረት ሊሴ ፓሴ መስጠት ተጀምሯል። ይሁን እንጂ እስካሁን የተመለሰ ሰው የለም። ግን ጉዳያቸው ከሁሉም ፍርድ ቤት ተቀባይነት ያላገኙትን ስደተኞች የመመለሱ ሂደት ሊጀመር ይችላል የሚል ስጋት ኣለን።

ለዚህም ሲባል በድጋሚ የምንጠይቆት ነገር እነዚህን የሃገርዎን ሰዎች ከስጋት ተላቀው ኖርማል ህይወት እንዲኖሩ እንዲተባበሩን ነው። ይህንንም የሚያደርጉት ምንም ኣይነት ውል ባለመፈረም ሲሆን ኢትዮጵያ ውሉን ካልፈረመች ኣውሮፓውያኖቹ ስደተኞችን እዚሁ ከማኖር ውጭ ሌላ አማራጭ ኣይኖራቸውም።

በጣም የሚገርመው ደግሞ የኢትዮጲያ ስደተኞች ቁጥር በጀርመን ሃገር ካሉት አጠቃላይ ስደተኞች ከ 1ፐርሰንት በታች ነው። በ2017ጀርመን ሃገር ጥገኝነት የጠየቁ የስደተኝች ቁጥር 222.863ሲሆኑ ኢትዮጵያውያን ስደተኞች ደግሞ 1.817 ብቻ ናቸው። ተቀባይነትን ያገኙት 21,7% ሲሆኑ ይህም ለኢትዮጵያ ኮታ በጣም ትንሽ ነው።

በመጨረሻም በሚከተሉት ነጥቦች ላይ ትብብርዎን እንጠይቃለን።

  1. ስደተኞችን በሃይል የመመለስ ውል እንዳይፈራረሙ
  2. ጥቅም በማግኘት ወይም ገንዘብ በመውሰድ ዜጎችዎን በጥቅም እንዳይቀይሩ
  3. የወንድሞችዎንና እህቶችዎን ችግር ተረድተው ከጎናቸው እንዲቆሙ
  4. ማንኛውም ሰው በፍላጎቱ ብቻ ሃገሩ መመለስ እንዲችል ማድረግ

Hand in Hand Aktionsbündnis für Äthiopien

Hand in Hand action alliance for Ethiopia

  • Sonja Berg, Berliner Str. 26, 34289 Zierenberg Germany
  • Abdo Qaadi Abajabal
  • Sonja Panzer
  • Manfred Lenk
  • Petra Klimt
  • Gitti Dotzenauer
  • Renate Hahn

 

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

w

Connecting to %s