Jijjiirama Mormii Waliigalaa Marsaa 3ffaa // የአድማ ቀን ለውጥ // Change Of Date for the Stay-At-Home Protest

#Jijjiirama Mormii Waliigalaa Marsaa 3ffaa.
========================

Mormiin manaa bahuu diduu guutuu Oromiyaatti Wiixata as deemuuf erga waamame as komiin lama ka’eera. Tokko guyyaan mormii kun hiikaa tsoomii filsataa irra oole kan jedhu yoo tahu kan lammataa ammoo guyyoonni lama dhiibbaa barbaachisaa gochuuf gahaa miti kan jedhuudha. Nutis komii kana dhaggeeffannee irratti mari’annee murtii armaan gadii irra geenyeerra.

Tsoomiin filsataa gaafa Kibxataa waan ta’eef Mormiin Roobii Hagayya 17 irraa akka eegalu

Mormiin kun guyyoota shaniif akka ta’u. Kana jechuun Roobii Hagayya 17 eegalee Dilbata Hagayya 21 raaw’ata.

Warra sooma hiikuuf ayyaana gaarii hawwina. Kaayyoon keenya qaama hawaasa keenyaa kamiiyyuu osoo hin miine mirga ummataa kabachiisuudha.

Injifannoon kan ummata Oromooti

QEERROO AMBOO irraa

========

የአድማ ቀን ለውጥ

———————-

በመላው አሮሚያ ክልል ከመጪው ፊታችን ሰኞ ነሐሴ 15 -16 ቀን 2009 ዓ.ም ለሁለት ቀን ከቤት ያለመውጣት አድማ መጠራቱ ይታወሳል፡፡ ነገር ግን የተጠራው አድማ በሁለት ምክንያቶች ቀን መለወጥ አስፍልጓል፡፡ ይህም 1ኛ አድማ የተጠራበት ቀን የፍልሰታ ፆም ፍቺ መሆኑ 2ኛ ሁለት ቀን ብቻ ተፅዕኖ ለመፈጠር በቂ አይደለም የሚል ነው፡፡

በመሆኑም አድማው ከሮብ ነሐሴ 17 ቀን 2009 ዓ.ም ጀምሮ እስከ ነሐሴ 21 ቀን 2009 ዓ.ም ለአምስት ተከታታይ ቀን ይካሄዳል፡፡

ፆም ለሚፈቱ መልካም በዓል እንመኛለን፡፡ አላማችን የየትኛውንም የማህበረሰብ ከፍል ሳንጎዳ የህዝቡን መብት ማስበር ነው፡፡

ድል ለህዝባችን!

ከአምቦ ቄሮ።

==========

CHANGE OF DATES FOR THE STAY-AT-HOME PROTEST

=================

It was to be recalled that a nation-wide call for a two day stay-at-home protest was made for 21-22 August, 2017 (15-16 ነሃሴ 2009 ዓም).
However,  it has become necessary to change the date from 21-22 August to 23-27 August 2017 (17-21 ነሃሴ 2009 ዓም) going continuously non-stop.
The reasons for the change are:1) the fact that it falls on the holiday (of breaking fasts commonly known as “የፍልስታ ፆም” among the adherents of the Orthodox Christian faith); and 2) the fact that more time is needed in order to prepare for a more effective protest.
Consequently, the stay-at-home protest shall be effective for five consecutive days starting from the 23rd of August through to the 27th of August 2017 (17-21 ነሃሴ 2009 ዓም).
To the people of the faith who break their fast of the season, we wish them all a very happy and festive holiday. Our goal is to try to have our peoples’ rights protected without offending any groups thereof.
Victory to our people!
(From Qeerroo of Ambo).”
#OromoRevolution

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s