VOA Afaan Oromo: Beekaan Oromoo Ida’oo Boruu Yunaaytid Isteets Keessatti Du’an Boqatan

Beekaan Oromoo Ida’oo Boruu Yunaaytid Isteets Keessatti Du’an Boqatan

Adoolessa 25, 2017
  • Namoo Daandii

Eda'oo Boruu

Eda’oo Boruu

 

Seenaa Oromoo baay’ee beekuu fi yaadachuudhaan uummata biratti kan beekaman Obbo Eda’oo Boruu torban darbe kana gaafa Adoolessa 18 bara 2017 as US kutaa Tennesee magaalaa Noksviil keessatti du’aan boqotan. Maatii isaaniitiif gadda nutti dhaga’aame ibsaa, hiriyootaa fi namoota isaan beekan keessaa hanga tokko, qophii har’aatiif haasofsiisnee jirra. Raadiyoo karaa Interneetii tamsaasamu as kutaa CA jiru “Finfinnee Radio” jedhamuu fi hoji geggeessaa ka ta’an obbo Derejjee Daadhii, biyya beeljiyeem, magaalaa Antiwerpen irraa, Dr. Getaachew Jigii akkasumas, kutaa Kaalifoorniyaa irraa Obbo Teessoo Namarraa dubbisne.

 

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s