Beeksisa Kabaja Irreechaa Amsterdaam 2017
Kabajamoo fi Jaallatamoo Hawaasa Oromoo Netherland fi Awurooppaa jirtaan hundaaf!
Akkuma Aadeffamee Koreen gumii irreechaa Amsterdaam Irreessaa/ Irreechaa kabajuudhaaf qophii ishee xumuratee jirtii yoo ta’u kabaja irreecha Amsterdaam bara 2017 wanii ta’ii adda godhuu waggaa tokkooffaa ilmaan oromoo irreecha bara 2016 malkaa Arsadii irraattii mootummaa garboofata sabaa bicuu waayyannee fi tajajjiltoota sirnachan wareegaman itti yaadanuu yoo ta’u sagantaa adda addaa kan barnoota fi boraatii aadaa ykn bashanannana akksuma agarsiisa uffataa/huccuu aadaa oromoo isiini qopheesiinee jira. Kanaafuu hawaasii keenya akkuma baroota darbaan caalaa uffataa aadaa keenyaan faayyamtaanii / bareedaanii akka irraa argamtaan yeroo waamicha siiniif godhuu gammachuu guddaa nuti dhagahamaa. Koota waliin tolaa waliins bareenna.
Koree Qindeesituu Gumii Irreecha Amsterdaam