Hawaasni Oromoo Switzerland dhiyeenya kana biyya Aurooppaa keessa imalaa kan jiran Dura taa’aa Paartii Kongressi Federalawaa Oromoo (KFO) fi I/A Dura taa’aa Medrek Prof. Mararaa Guddinaa waliin haala qabatamaa yeroo ammaa kana Oromiyaan keessa jirtu irratti mari’achuuf gaafa 27.11.2016 waaree booda sa’a 13:00 irraa eegalee magalaa guddoo Switzerland, Bern tti saganteeffameera.

Teessoon Walgahii:

BÄREN Ostermundigen
Bernstrasse 25
3072 Ostermundigen

 

Walgahiin kun dhimma labsii hatatamaa kan Mootummaan Ittophiyaa baase dabalatee waan ammee uummanni keenya itti jiru irrat bal’ilaan irra haasa’uuf jiru.

Kanaaf hundi keessan guyyaa sun yeroon argamuun marii godhamuuf jiru kanarra hirmaadha. Koottaa beekaa keenya irra waliin haa barannuu!

Koree Hawaasaa irraa

****

የኦሮሞ ህዝብ ኮንግረስ ሊቀመንበርና  የመድረክ ፓርቲ ምክትል ሊቀመንበር ፕ/ር መረራ ጉዲና  በ27.11.2016 በርን ከተማ፣  ስዊዘርላንድ በሚደረገዉ ህዝባዊ ስብሰባ ላይ ተገኝተዉ ስለወቅታዊዉ ህዝባዊ ትግልና ፖለቲካ አቅጣጫ መግለጫ ይሰጣሉ። በዚህ ስብሰባ ላይ አንዲገኙና የዉይይቱ ተሳታፊ አንዲሆኑ የኣስተባባሪዉ ኮሚቴ ጥሪዉን ያስተላልፋል::

የስብሰባዉ ቦታ:

BÄREN Ostermundigen
Bernstrasse 25
CH-3072 Ostermundigen

 

ሰኣት 13:00 CET።

የዝግጅቱ ኣስተባባሪ ኮሚቴ

*****

The Oromo Community of Switzerland cordially invites you all to participate to a  public meeting with Prof. Merera Gudina – chairperson  of Oromo Federalist Congress (OFC) and Vice Chairman of Medrek Party, to be held on 27.11.2016 at 13:00 (1:00 PM local time) in Bern, Switzerland. The public meeting will be discussing on issues pertinent to national importance including the current political turmoil and its possible implication for Ethiopia’s future.

All interested persons are welcome to attend the meeting. Place of the meeting:

BÄREN Ostermundigen
Bernstrasse 25
CH-3072 Ostermundigen

 

The Organising Committee