​#OromoProtests TPLF has panicked calling for emergency meeting of only Tigre’s 

​#OromoProtests TPLF has panicked calling for emergency meeting of only Tigre’s 

===========FB Jawar irraa man argame

Wayyaaneen baaragdee walgahii Tigree qofaa yaamaa jirti. Hiikkaan xalayichaa akkana jedha
Waamicha walgahii

______________________f

22/12/2008

Kutaa Magaalaa Laaftoo Woradaa 9tti kan argamtan dhalattootni Tigraay hundi haala yeroo fi rakkoo jiru irratti mariyachuuf waltajjiin bal’aan gaafa 22/12/2008titti waan qophaaheef dhalataa Tigraay kan taatan hundi waltajji kana irratti ganama sa’aa 2:30 galma Giddu Gala Dargaggootaa Woradaa 9tti akka nuu argamtan kabajaan isin afeerra. 

Nagaa wajjin

=========

ወያኔ ሆዷ ተንበጫብጯል፡ የተግራይ ተወላጆችን ብቻ አስቸኳይ ስብሰባ እየጠራች ነው። የደብዳቤው ትርጉም እነሆ
እለት 22/12/2008

ለ_____________

በላፍቶ ክፍለ ከተማ ወረዳ ፱ ለትምገኙ የትግራይ ተወላጆች በሙሉ

በወቅታዊና ተፈታታኝ ጉዳዮች ላይ ለመወያየት በ 22/12/2008 እለት ሰፊ መድረክ ስለተዘጋጀ የትግራይ ተወላጅ የሆኑ ወንድም ሴትም በዚሁ መድረክ ላይ ከጠዋቱ 2:30 ላይ ወረዳ ፱ በሚገኘው የወጣቶች ማእከል እንዲገኙልን በኣክብሮት ጋብዘናል።

ከሰላምታ ጋር

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s