#OromoProtests update!

Beeksisa -Bakkeewwan hiriiraa Magaaloota Gara garaa;

1. Shaashamannee – naannoo koolleejjii Paradaayizii  irraa hanga buufata konkolaataa haraawaatti erga walgahamee booda daandii gama lixaa qabatanii hanga Abboostootti deemama.

Barattoonni Yunivarsitti Hawaasaa akka hirmatan beekameera.

2. Nageellee Booranaa -Bakka sadii irraa ka’ee karaa Bururii,karaa Hara qalloo,karaa koob adii fi karaa 01 eegalee hanga karaa naannoo Dargii jedhamuutti gaggeeffama.

3. Baatuu -Bakka Sheer Maazooriyaa ka’ee bulchiinsa magaalattiidhaan hanga gabaayaa seenutti itti fufa

4.Holota-Naannawaa Istadiyoomiitti sa’aatii 2;00 irratti akka walgahan dhaamameera.Jiraattoonni Ejeres qooda fudhatu.

Jiraattoonni Baadiyyas Fardaan kan bahan ta’uun beekameera

5. Uummaannii Godina wallagga Lixaa Anaa Dale Wabara Magalaa Kaakee qophii xumuratanii boru Magaaluma walakkaatti wal haa agarru jedhaniiru.

6. Adaamaa – Bakka Mana Poostaa irraa kaasee hanga  Ababaa Gadaa jedhamutti gaggeeffama.

INJIFFANNOO  UUmmata Oromootiif!!

Qabsoon Itti fufa!!

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s