Itti Gaafatamtootatu Humna Waraanaa Nutti Waama

Dr Mitikkuu Teessoo barattoota Oromoo University Ambo irra tti yeroo addaa addaa karaa sirnna gabroomfataa Wayyaanee yakka addaa addaa adeemsisaa nama jiru dha. Dhiignni ijoollee Oromoo inni dhangalaasisaa jiru akkasuma tti hafaa laata??

*****

Itti Gaafatamtootatu Humna Waraanaa Nutti Waama

Yuniversitii Amboo
Yuniversitii Amboo
Jaallannee Gammadaa

 

Mormiin Oromiyaa keessaa torbanneen sadi’ii oliif geggeessamaa turee fi tarkaanfiin humnoota motummaatiin fudhatamu, har’a illee bakkawwan adda addaatti akka itti fufe dubbatu hoogganoonni paartii mormituu fi jirattoonni.  Yunivarsitii Amboo mooraa Awaaroo fi Yunivarsitii Wallaggaa keessatti, aangawootatu humnootii waraanaa waamee barattoota irratti miidhaa geessisaa jira jedhu barattonnii fi jiraattonni. Prezidaantiin Yunivarsitii Amboo Dr. Mitikkuu Teessoo mooraa Awaaroo keessatti ta’e kan jedhame “waan  tokko hin beeku“ jedhan.

Yuniversatii WallaggaaYuniversatii Wallaggaa

Gama biraatiin, Godinaa Horroo Guduruu Wallaggaa  aanaa Guduruu, magaalaa Kombolchaa keessatti, barattoonni gam tokkoon nu reebaa gama kaaniin baradhaa jechuun wal duukaa hin deemu jechuun gaaffii dhiheessuun dhaga’amee jira.

Gabaasa VOA Afaan Oromoo guutuu as tuqaa caqasaa: http://www.voaafaanoromoo.com/audio/3121702.html

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s