Waamichaa guyyaa WBO, Seminaara fi Galgala Aadaa Amajii 9 bara 2016 Jarmanii,  Nürnberg

Tokkumman Baratootaa Oromoo biyyaa Jarmanii Caayaa ABO guyyaa WBO Akka addatti  kabajuuf  oromootaa Biyyaa Jarmanii fi nannoo jiratanii kabajan afeeraa. Qophiin gafa 9.01.2016 sa’aa 12:00 irra eegalee hangaa gafa 10.01.2016 deema. Sagantaan akka armaa gadii dha:-

Sa’aa                           Mata duree haasa                                nama haasa godhuu

12:00-12;15                Haasa simannaa                                  KHG-tu TBOJ Damee Nurnberg

12:15-12:30                Dhaamsaa fi Eebbaa                                                  KHG-TBOJ

12:30-13:00                Kabajaa guyyaa WBO ilalchssee fi Faaruu.               Miseensoolii WBO

13:00-13:30                Barbachisummaa Qabsoo hidhatnoo              Dr. Tesfaye Raggassaa

13:30-14:00                Koluu galtummaa fi Haala biyyaa Jarmanii    J/Aster Gamadaa

14:00-14:20                Boqoonnaa

14:20-14:50                Master Plan Magalaa Finfinnee fi Midhaa isa             Obbo Getachew Camadaa

15:00-15:30                Jarmaa fi Qabsoo                                           Dr.Alemayehu Biru

15:30- 16:15   Deemsa QBO ABOn Hogganamuu haala keessaa jiru           J/Dr Shigut Galata

16;15-17:00                Boqqonnaa

17:00 -20:30              Maarii fi Diramaa

22:00 eegalee bashananaa galgalaa —W/Hirphaa Ganfuree fi W/Totooba Margoo.

Barrii kun baraa tokkumman Oromoo ciminaan itti fufee,  qabsoon sabaa Oromo fixaan bahuutti akkasummas  kaayyoon qabsoo Addaa Bilisuumma Oromo daraan fulduratti akka tarkanfatuu hawii fi abdii guddaa qabnaa. Kanaafuu dhimmaa haalaa yeeroo ammaa keessaa jiruu fi halaa qabsoo bilisuumma Oromo ilaalchisee hoggantootni sadarkaa adda addaa irraa jiranii fi beektoonii keenyaa heddun irratti afferamaan jiruu. Itti dabalaatan galgalaa hawasaa Oromo  sirbaan wa´ee qabsoo dadamaqsuuf  bashaanansisuuf sirbitoonif qabsaahoon  bebeekkamoo fi jalatamoo tahaan akka welisaa Hirphaa Ganfuree fi Totooba Margoo qophiin isiin egaa jiruu.
Kanaafuu hawaasnii Oromoo jarmaani fi naannoo ishee jirtaan,dhaaboonni jalalaa qabsoo Oromo deegaartaan  akkasumas miseensi TBOJ hundi amajjii 09.2016 bakkaa fi yeeroo jedhametti argamtaani akka qoodaa irra fudhaatanif dirqamaa lamummaa bahataan  kabajaan isin affeerraa.

Qunamtiif: tboj1973@gmail.com
4915212691718 / 4915210157781 / 4915123922944
Bakka Walgahii:   Plarrer zufuhrstr 17
90443 Nurenberg, Germany (Afarikaa senteraal keessaa)

Akkataa bakka walgahii itti gahamuu:
Nürnberg Hbf  U3 kallatti Gustav-Adolf-straße ykn  U2   kallatti Röthenbach strasse jedhuu station lamaffa irratti plärrer zutuhr str 17 itti bu´uun (afarika centeral)  Keessaa.

KHG/TBOJ Caayaa ABO
Oromiyaan ni bilisoomti!